YAA UMMATA ISLAAMAA KANA BEKTUU LAATA?
Yoo beeytaniis Garuu Yaadachisa isiniif haa tahuu
Mu’ujizaa (miracle) Qur’aanaa irraa Kana beektuu laata?
=
From the Miracles of holy quran! Qur’aana keessatti
=
○ jechi “Duniyaa” jedhu yeroo 115 yommuu ibsamu jechi “Aakhiraa” jedhus yeroo 115 ibsamee jira.
=
○ Qur’aana keessatti jechi “Maleeykaa” jedhu yeroo 88 yommuu ibsamu jechi “Sheyxaana” jedhus yeroo 88 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “namoota” jedhu yeroo 50 yommuu ibsamu jechi “ergamtoota” jedhus yeroo 50 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “Misooma” jedhu yeroo 50 yommuu ibsamu jechi “Badii” jedhus yeroo 50 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “Zakaa” jedhu yeroo 88 yommuu ibsamu jechi “Barakaa” jedhus yeroo 88 ibsamee jira.
=
○ Qur’aana keessatti jechi “Dhalaa” jedhu yeroo 24 yommuu ibsamu jechi “Dhiira” jedhus yeroo 24 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “Jireenya” jedhu yeroo 145 yommuu ibsamu jechi “Du’a” jedhus yeroo 145 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “ hujii gaarii ” jedhu yeroo 167 yommuu ibsamu jechi “hujii baaxilaa ” jedhus yeroo 167 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “Namoota Qajeelloo” jedhu yeroo 6 yommuu ibsamu jechi “Namoota Jallatoo ” jedhus yeroo 6 ibsamee jira.
=
Qur’aana keessatti jechi “ Salaata” jedhu yeroo 5 yommuu ibsamee jiru salaatni waajibaa nuti salaatnus 5 dha.
=
Qur’aana keessatti jechi “Ji’oota ” jedhu yeroo 12 yommuu ibsamee jiru waggaan tokkos ji’oota 12 of keessaa qaba.
=
Qur’aana keessatti jechi “Guyyaa ” jedhu yeroo 365 yommuu ibsamee jiru waggaa tokko keessas guyyootiin jiran 365 dha.
=
Subhaannallah!
=
Qur’aana keessatti jechi “Bahrii” jedhu yeroo 32 yommuu ibsamu jechi “
=
Dachee” jedhu immoo yeroo 13 ibsamee jira. Mee asi biratti al takka dhaabbannee Herreegaa barataan kutaa torbaa tokko dalagu haa dalagnu.
=
Jecha Bahrii jedhamee qur’aana keessatti ibsame fii jecha Dachee jedhamee ibsame parsantiin wal biratti haa madaallu. Jechi Bahrii jedhu 32/(32 13) x 100% = 71.12% qabata. Jechi Dachee jedhu immoo 13(32 13)x10 0= 28.888% qabata jechuu dha. Dubbii birootiin addunyaan tun Parsantiin 71.12 Bahrii yommuu tahu Parsantiin 28.888% immoo dache dha.
=
Subhaannallah! Subhaanallah!! Subhaanallah!!
Subhaanallah!!! Subhaanallah!! Subhaanallah!!!!
Eega dubbiftee kaatee “SUBHAANALLAH”
=
Jedhi! Eegasii SHARE gochuu hin dagatin.
No comments:
Post a Comment